Isaiah 43:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Insodaatina, anini isani woliini jira! Lafa fagoo ta ilaborutiifi ta ila adu keesaa gumi tante galcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani waan isin woliin jiruuf hin sodaatinaa'a; Ani isinii fi ijoollee teessanillee baya biiftu'uutii fi dhiya adu'uutiillee wolitti qabee fida.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani si woliin waan jiruuf hin sodaatin! Ani ijoollee teeti karaa aduun baatu irraa hin fida; karaa aduun seentulle'e isin wolitti hin qaba.