Isaiah 43:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi waan jed'u, gumi tiyya gayaama, worri ila qaba, ammo woma inargu, gurra qaba, ammo woma ind'agau!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, «Banii kiyya ka uduu ija qabu hin argine, ka uduu gurra qabu hin dhageenne, wolitti naa qabaa'a!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Kolbaa tiyya ila adoo qadduu ta hin dhaggine, gurra adoo qadduu ta hin dhageenne fida'a.