Isaiah 44:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqa waan jed'u, Israeli hojatu tiyya, na ch'aqasa, gumi anini fohad'e ta d'aloota Yakobo.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Amma garuu Rabbi akkana jedha, «Isin ijoollee Yaaqoobii! Israa'elii akka na tajaajiltaniif isin filadhe! dhagayaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Ee tajaajilaa kiyya Yaaqoob, Israa'elii ani filadhe, na dhage'i» jedha.