Isaiah 44:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eenuti waaqa ufi mid'aafate akheekha isaa tolfata, ka wonti sunini ufiftu woma isaa imbaane? Nama waaqa suni kad'atu ch'ufa inch'eersani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni waaqa tolfamaa yookaan fakii bu'aa hin qabne hojjataa?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Eentu waaqa bocatee, waaqa dharaa ka isaaf wo hin baane baqisiifatee hujata ree?