Isaiah 44:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tumtuni sibiila fuute, ibida keesa keete tumti. Inni harka ufi jabaani burrisa fuud'e, sibiila suni tume mid'aasa; huji suni irati inni beelae d'eebote dad'aba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni sibiila bassu waaqa tolfamaa hojjachu'uuf sibiila fuudhee ibidda keessatti bassa; sibiila san qajeelchu'uuf irree ufii jaba'aan burussa'aan tuma; hennaa waan kana hojjatu hin beelaya, hin dheebota, hin dadhaba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami sibiila tumu, qarapha'aan qabee, kashila cile'ee keessa keyee, irree ifii jaddu'uun burrisaan tumee waaqa dharaa bifa itti godha. Inni yennaa waan kana huju hin beelowa, hin dheebota, hin dadhaba.