Isaiah 44:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hogeesi mukhaleeni mukha biime, waan boch'u fed'u gangeese, aka dansaa qotooni boch'e, hoot'oni qulqulleese, akheekha namaa mid'aaga, ka mana keesa keeyatu, mid'aasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ogeessi muka bocu muka boce irratti sarara baasa; bifa gara garaatiin saamsa; sibiila mukaan huufaniin huufee midhaassa; meeshaa waa bikkaniin bikkee akka inni sirrii ta'e laala; bocee nama bareedaa fakkeessee achiin maayessa mana waaqa tolfama'aa keessa kaaya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami muka bocu muka wodaro'oon mikee, fakkii namaa cile'een irratti kaasee, ura'aan qiriixa; fakkeenna namaatiin seesee hujee mana ifii keessa keyata.