Isaiah 44:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni hind'eesa badda keesaa ch'ire, yokhaani gaddafi harufa badda keesaa mura. Yokhaani hind'eesa bokayaani eege oobrafa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan kana hojjachu'uuf muka Libaanosii, muka birbisaa, yookaan bosona keessaa qilxuu filata; yookaan hindheessa dhaabee haga roobni itti roobee guddisuuf eega.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni tana godhiisaaf muka hindheensaa hin mura; birbirsaa fi muka qilxa'aa filee, mukoota gongomaa keessaa woliin akka guddatanu hin lakkisa yookiin hindheensa dhaabee bokkeenni guddisa.