Isaiah 44:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni kuta mukha ta hafte taani fuud'e boch'e, waaqa tolfate, durati ga jed'e kad'ate, waan jed'u, Atini Waaqa kiyya, na baasi!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muka hafe garuu waaqa tolfamaa hojjatee isa afo'otti kufee sagada'aa waaqeffata'aa «Ati Waaqa kiyya, na oolchi» jedha'aa isa kadhata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muka hafe irraa, waaqota dharaa hujee itti hin sagada; hin waaqonfatalle'e; gara isaa daadimataa, «Ati waaqa kiyya, na fayyisi» jedha.