Isaiah 44:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami akana kunini ch'ufti raatu, waan tolchuu jiru imbeekhu, worri suni qalbiifi ila ch'ufate d'uga argu dida.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni kunniin ijji isaanii waan itti haguuggifamteertuuf arguu hin danda'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namooti akkasii waan tokkolle hin beekanu; waan tokkolle hin hubatanu; akka isaan hin dhaggine, ilti isaanii qabanteerti; akka hin hubanne, qalbiin isaanii duuddeerti.