Isaiah 44:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini AABBO Waaqa, ka isani baase; anumati isani uume. Anini AABBO Waaqa, ka waan ch'ufa mid'aase gubbale qofuma tiyya dirirse; gaafa anini lafa mid'aase namu na inqarqaare.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin fayyisaan gadaamessa haatetii keessatti si uume, ka waan maraa uume, ka samiiwwan hojja kiyya diriirse, ka lafa hojja kiyya dhise ana eentu na woliin ture?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ka si wode, gadaamessa haadha teetii keessatti ka si huje, Mootiin Waan Maraa, «Ani Mootiin Waan Maraa, waan mara dadee, ol-gubbaa qofuma tiyya diriirsee, biyya lafaa tanalle badhise,