Isaiah 44:25 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini dubbi falfalticha d'aareese dubbi nama ayyaana hedule balleesa. Anini dubbi worra qaro lafa buuse, qarooma worrale daallesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Malkata raattota sobaatii fi falfala worra moruu duwwaa taasisa; ogummaa beettotaa uf duuba deebisa; beekkumsa isaanii gowwumma'atti jijjiira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ka beessisa raagota dharaatii fi worra moru gatii dhassiisee, qarummaa qaroole'ee garagalchee, beekkumsa isaaniille gowwumma'atti ka deebisu,