Isaiah 44:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo hojja hojattuuni tiyya woi faddu, yokhaani hojja anini nama erge, beeni, herega kiyya biyyati himi jed'uuni, anini heregaafi fagisa suni inguuta. Anini waan Yerusalemuni jed'u, Nami deebie siti qubata; ammalle waan dira lafa Yudatini jed'u, Nami deebie isani jaara. Diri sunini ch'ufa ka qara bade ona tahe ammatana deebie dira dansaa taha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubbii garbicha kiyyaa hin jabeessa; raaga raattota tiyyaa akka raawwatamu taasisa; isaan Yerusaalemiin ‹banii baay'e'etu keessa jiraata; qachoonni biyya Yihuuda'aallee deebi'anii ijaaraman; ka jigellee deebi'ee haarawoomfama› jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
waan tajaajiltooti tiyya dubbattee fi raaga ergantoota tiyyaalle ka muummessu, Yerusaalemille'een, ‹Kolbaan deebitee si keessa hin leeti›, qachoota Yihuda'aatille'een, ‹Deebitanee hin ijaaratan; bututa keessanille hin haaressa› ka jedhu,