Isaiah 44:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini lafa d'eebicha bisaani iti buuse lafa goddule laga yaasa. Anini lubbu tiyya ijoolle teesani ira buuse, d'aloota keesanile eebisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Lafa dheebottee bisaan kenna; lafa goge irra laggiin akka yaa'u godha; ijoollee tee irra Hafuura kiyya buusa; eebba kiyyallee ilma ilma keetiitii kenna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ani lafa dheebisaa irratti bisaan baasee, lafa godduu irralle lagi akka lola'u hin godha; Ani sanyii teeti irratti Ayyaana kiyya, ijoollee ijoollee teeti irralle'etti eebba kiyya hin dhangalaasa.