Isaiah 44:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eenuti dandae waan anini tolche tolcha? Eenuti dandae aka kiyya waan qara tahefi waan takaa tana taha fage hima? Yo nami akasi jiraate ha himuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka akka kiyyaa eennu? mee yoo jiraate haa dubbatuu; ka waan durana ta'u'uuf ta'u dursee dubbate eennu? mee ragaa ufii natti haa dhiyeeffatuu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ka akka kiyyaa eennu? Yoo jiraate dubbatuu ti. Inni haga ani dur namoota dadeen jalqabee, waan te'e, waan dhufu'uu jirulle na duratti himuu ti.