Isaiah 44:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Insodaatina, imudamina, gumi tiyya. Isani haga duritifi haga arrale aka anini waan taha hime imbeetani? Isanileeni amma d'uga tiyya. Na male Waaqi d'ibiini injira? Waaqi irre qabu d'ibiini, ka anini imbeenne, injira?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin hin nayinaa'a; hin sodaatinaa'a; Ani dur irraa jalqabee isinitti hin himnee? yookaan isinii hin ibsinee? isin waan kanaaf naa raga'a; ana malee Waandhi biraa hin jiraa? Ana malee irkoon jabaan biraa hin jiru»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hin sodaatina'a; hin nayina'a! Ani tana isinitti hin hinnee ree? Durseelle isinitti hin beessinnee ree? Isin dhugaa baatota tiyya. Ana malee Waaqi dhibiin jiraa ree? Ana malee rassaan dhibiin hin jiru; ani eennulle hin beeku» jedha.