Isaiah 44:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami waan harkaani boch'ani waaqa tolfatu woma keesa injiru, wonti worri mid'aafate kad'atu sunileeni woma imbaatu. Nami waan akana kana kad'atuleeni balla, ammalle woma imbeekhu — worra inuma ch'eersani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri waaqa tolfamaa harkaan boca'aa hojjatan maruu duwwa'a; wonti fedhan womaa bu'aa isaanii hin qabu; kanaaf guddisanii saalfatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri waaqota dharaa hujanu marti womaayyuu moti; wonni isaan itti gammadanu sunille bu'aa hin qaddu. Worri isaaniif dhugaa bayu balla'a; beekkumsa hin qabanu; hin qaanowanille'e.