Isaiah 45:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi yayu Koreshi fohate hayyu tolche! Wonti inni fohateefi, aka inni gosa ch'ufa dabsate, hayyoota ch'ufa miha isii iraa fuud'u, AABBO Waaqileeni balbala dira ch'ufa isa dura bana. Ammalle inni waan Koreshini jed'u,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka baniin baallii isaa jalatti bulan godhu'uuf, mootota akka baallii isaanii irraa buusu, akka balbala qachootaa isaanii banuuf, mootii harka mirgaa qabee dibee moosise Rabbi Qiroosiin,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa ka harka isaa middicha qabee, gosa biyya adda addaa akka inni harka ifii jala galfatuuf, mootota irraa meya woraanaa akka inni hiikuuf, karri qacha'aa akka isatti hin cufanneef, cufanaan isa duraa akka banamuuf, Qiirosii akka mootii te'u muudeen,