Isaiah 45:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami dandae abba ufitini, Atini maani d'alte? Yokhaani haad'a ufitini, maaniti garaa kanke keesaa si bahe injed'a?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yookaan ilmi abba'aa fi haadhaan «Maaf akkanatti na uumattan?» jedhee gaafachuu danda'aa?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mucaa abbaa ifiitiin, «Ati maaf na uumatte?», Haadha ifiitille'een, «Ati maaf na deette?» jedhuuf aanne'e!