Isaiah 45:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi qulqullooni Israeli, ka worra uume waan jed'u: Isani waan ilmaani tiyya na gaafatani yokhaani huji anini harka kiyyaani hojad'e nati himtani?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin uumaan, Waandhi woyyichi Israa'elii, Waan waan dhufu'uuf ta'anii akkana jedha, «waan ijoollee tiyyaa maaf na gaafattan? waan hujii harka kiyyaatiif na ajajjanii?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Woyyichi Israa'elii ka isii dade, «Marroo waan te'uu jiruu, marroo ijoollee tiyyaa na gaafattanii ree? Marroo hujii harka kiyyaalle na ajajjanii ree?