Isaiah 45:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anumati Koreshi kaase, aka inni fed'i tiyya guute wo mid'aasu. Anini kara inni gula deemule ch'ufa inqajeelchaafi. Duuba inni dira kiyya jaare, gumi tiyya ta boojiani tisse tolchanile balchoomsa. Nami aka inni waan kana tolchu hori isaa kenne yokhaani isa gumbeese injiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waandhi banii maraa akkana jedha, «Qiroosiin hujii balchumma'aatiif kakkaase; karaa isaa maraa qajeelcheeraaf; inni qachaa tiyya Yerusaalemiin deebisee ijaara; banii kiyya ka baqate bilisa baasa; inni wonti waan kanniin godhuuf akka eennullee horii isaa kaffaluuf yookaan akka jasaa isaa deebisaniifii miti» Waandhi banii maraa waan kana dubbateera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani balchumma'aan Qiiros kaaseera; karaa isaa duudiille qajeelcheera. Inni qachaa kiyya deebisee hin ijaara; worra na duraa booji'ame gatii malee yookiin kaffaltii malee bilisa hin baasa» jedha Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dade.