Isaiah 45:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo AABBO Waaqati baafama haga jiru jireennatini worra Israeli baase, haga worri jiru ch'ufa ch'eeru d'owa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin baniin Israa'elii fayyummaa bara baraa ka Rabbi isinii kennuun fayyitan; baraa haga bara baraa hin saalfattan, hin salphattan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa ammoo, fayyinna bara baraatiin Israa'el hin fayyisa; ee Israa'el, ati haga bara baraa hin qaanottu; hin salphattulle'e.