Isaiah 45:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini d'ossani indubbanne, yokhaani herega kiyya nama ind'ofanne. Anini worra Israelitini, lafa duwa keesa na barbaada injenne. Anini AABBO Waaqa, ka d'uga dubbate waan qajeela namati himu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
biyya dukkanaatitti dhossa'aan hin dubbanne; ijoollee Yaaqoobiitiin ‹akkanumaan duwwaa na soqaa'a› hin jenne; ani Rabbi dhugaa dubbadha; waan sirrii ta'ellee hin ibsa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani lafa dukkanaa keessaa, dhossa'aan hin dubbanne. Ani sanyii Yaaqoobiitiin, ‹Akkasumaan na barbaada'a› hin jenne; ani Mootiin Waan Maraa dhugaa dubbadha; waan sirrii te'e lassa.