Isaiah 45:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Koota, dubbi teesani gaadisati himad'a; nami dubbi qabu ha wolgaafatuti. Eenuti waan taha kana duri fage? Ana AABBO Waaqaniti? Waaqi gumi ufi baase anuma, ka d'ibiini injiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati hajaa tee dhiyeeffadhuu himadhu; worri dur waan kana dubbatan wol gayanii haa mari'atanii; ka dur dubbate eennu? ani Rabbi hennaa san hin jiruu? ana malee Waandhi balchaanii fi fayyisaan hin jiru.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Haajaa keessan dubbadha'aatii dhikeeffadha'a; wolitti qabama'aatii mari'adha'a. Bara dheera'aan dura eennutti tana hime? Duraan dursee eentu raage? Ana Mootii Waan Maraatii motii? Ana malee, Waaqi balcha'aa fi fayyisaan dhibiin hin jiru. Ana malee ka dhibiin hin jiru.