Isaiah 45:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nati deebia, baafama argad'a, isani gumiini lafa ch'ufa keesa jirtu! Waaqi anuma, na male kad'ibini injiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ana malee Waandhi biraa waan hin jirreef worri haga daangaa lafaa jirtan maruu gara kiyya deebi'a'aa fayyaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ana malee Waaqi dhibiin waan hin jirreef, isin worri qaccee biyya lafaa jirtanu marti, gara kiyya deebi'a'a'aatii fayya'a!