Isaiah 45:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini yayu kakhu jabdu kakhad'e, dubbini tiyya gara ingaltu: nami ch'ufti d'ufe, na durati jilbifate, aka naa saalfatu nati kakhata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani hennaa abdii dhuga'aa ka hin jijjiiramne kennu uf hedadheeti. kanaafuu jilbi maruu naaf jilbiiffata; arrabni maruu maqaa kiyyaan kakata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami marti na duratti hin jilbiiffata; arrabi martinuu anaan hin kakata; jechi balchumma'aan afaan kiyya keessaa baye, akka hin jijjiirane, ani maqaa kiyyaan kakadheera.