Isaiah 45:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri na baane, AABBO Waaqa ch'alla keesa d'ugaafi jabeenni jira jed'a. Nama isa jibbu ch'ufti yo isati d'ufu ch'eera argata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«‹Balchummaanii fi hunni Rabbuma callaa biraa argama› jedhanii waan kiyya dubbatan; worri na jibban maruu gara kiyya dhufanii saalfatanii kufan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Namooti marroo tiyya, ‹Balchumma'aa fi jabeenni Mootii Waan Maraa qofa biraa dhaggama› hin jedhan» jedhe. Worri na mormu marti gara kiyya dhufanee hin qaanowan.