Isaiah 45:25 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini, AABBO Waaqi, d'aloota Yakobo ch'ufa baase, duuba worrileeni na faarsa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu ijoolleen Israa'elii maruu ana Rabbiin irraa moote'ee fi ulfinna argatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sanyiin Israa'elii marti ana Mootii Waan Maraatiin balchumma'aa fi ulfinna hin dhaggatan.