Isaiah 45:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini fulla d'ossa, ta dukana keesaa, waan dansa sii kenna; akanaani aka anini AABBO Waaqa beete, aka Waaqi Israeli maqa keetiini si yaame hubata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qabeenna hulee dukkanaatii fi lafa dhossa'aatitti kuufame sii kenna; akka kanaan ani Waandhi Israa'elii ka maqaa keetiin si waame akka Rabbiin ta'e beetta.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ka maqaa keetiin si waame, ana Mootii Waan Maraa Waaqa Israa'elii akka te'e akka ati beettuuf, ani qabeenna dukkana keessa jiruu fi durummaa addee dhossa'aatitti kuufante si'iif hin kenna.

Recommended Reading