Isaiah 45:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro hojatu tiyya Yakobo yokhaani Israeli anini fohad'eefi maqa keetiini si yaame guddinna sii kenna ato atini na beekhu baatele.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra Israa'elii ijoollee Yaaqoobii ta ani filadhe akka gargaartuuf, ati yoo na hin beennellee maqaa keetiin si waamee ulfinna sii kenneera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati na beekuu dhaddulle, marroo tajaajilaa kiyyaa Yaaqoobii, Israa'elii filadheef jedhee, maqaa keetiin si waamee maqaa ulfinnaa si'iif kenneera.