Isaiah 45:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti anini akasi tolchufi, aka nami lafa keesa jiru ch'ufti, aka ana AABBO Waaqa male waaqi d'ibiini injirre, beekhu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti ani waan kana godhuuf adunyaan guutuun akka ani callaan Rabbiin ta'ee fi ana malee Waandhi biraa akka hin jirre haa beekani'iif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namooti karaa aduun baatuu haga karaa aduun seentuu Mootiin Waan Maraa na qofa akka te'e, ana malee ka dhibiin akka hin jirre akka beekanuuf, ani tana godhe.