Isaiah 45:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini ifsa mid'aase dukanale uume gaargalaafi nagayale namaatiini d'ufa. Waan kana ch'ufa ana AABBO Waaqa tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani ifaa fi dukkana uuma; nagayaa fi badiillee hin fida; ani Rabbi waan kana maraa hin godha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani ifaa fi dukkana dade; ani nageya hin buusa; balaalle hin buusa; ani Mootiin Waan Maraa tana mara godha.