Isaiah 45:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee gubba, d'uga aka bokaya ga roobi, duumansi ha d'uga sunini d'ufu; lafti ha banamte baafami gadi yauti; d'ugaleeni ha woliini gadi baatu. Nami waan kana tolchu ana AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin samiiwwan ol gubbaa jirtan! balchummaa akka roobaatitti roobsaa'a; duumessillee rooba gad haa roobsuu; ardiin haa banamtu; fayyummaanillee haa biqiluu; ani Rabbi waan isa uumeef balchummaanillee woliin haa biqiluu.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee ol-gubba'a, gubbaa irraa balchummaa gad roobi; duumensille balchummaa gad roobuu ti; latti banantee, fayyinni latuu ti; balchummaalle isa woliin guddattuu ti. Ani Mootiin Waan Maraa tana mara dade» jedha.