Isaiah 46:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Muummeeni waaqoota Babiloni tana! Belifi Nebo ka duri kad'atani amma harreeti faani baa ulfa hori dad'absiiftu iti, tahani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waaqoleen sobaa ka «Beelii» fi «Neeboo» jedhaman hin jilbiiffatan; waaqoleen tolfamaan isaanii horii fe'a'aa irratti fe'amaniiran; fakiin waaqolee tolfama'aa horii huqqatetti guddisee ulfaata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqoti dharaa ka worra Baabilonii, Beelii fi Neboon hin salphatan; waaqoti dharaa ka isaanii sun geejjibatti fe'amaneeran; fakkiin isaan ba'atanee ideemanu sun ba'a'a; geejjiba itti fe'amane sanille hin dadhassiisan.