Isaiah 46:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini nama ilaboruuti gayaama, ka aka qoree wo bute waan anini herege ch'ufa guutu. Anini yayu jed'e, inuma guuta, yayu herege, inuma tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani gara baya biiftu'uutii waan akka cuungululle'eetitti nama butu waama; inni nama fago'oo dhufu ka kaayoo kiyya raawwatu; ani waan jedhe hin taasisa; waan karoorfadhellee hin raawwadha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani nama karoora kiyya muummessu karaa aduun baatuu irraa hin waama; inni akka risa'aa biyya fago'oo irraa hin dhufa. Ani waan dubbadhe hin godha; karoora kiyyalle hin muummessa.