Isaiah 46:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Me na ch'aqasa, worra mata jajaba, ka waan dabsachaani fago jirtu sehu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Isin worri garaa jabaattanii dhugaa irraa fagaattan na dhagayaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Isin worri gadhaa jabaattane, ka balchummaa irraa fagaattane na caqasa'a.