Isaiah 46:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani d'alooti Yakobo, ka gumi tiyya iraa hafe, na ch'aqasa. Haga isani d'alattani asi anumati isani qorqorate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Isin ijoolleen Yaaqoobii fiixaan Israa'elii ka ani gadaamessa haadha teessaniititti isin eegee fi ka urga dhalattan irraa jalqabee isin gargaare na dhagayaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Ee sanyii Yaaqoobii, isin sanyii Israa'elii keessaa worri hattane na dhage'a'a! Gadaamessa haadha teessanii keessatti natti isin eege; dhaloota keessaniin jalqabee ka isin ba'ate ana.