Isaiah 46:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan duri tahe qaabad'a, Waaqi anuma, ka d'ibiini injiru. Anini Waaqa, nami aka kiyya d'ibiini injiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka ani callaan Waaqa ta'e; ana malee Waandhi biraa akka hin jirre beekaa'a; waan bara durii raawwataman qaabadhaa'a; ani Waaqa; ka biraa ka ana fakkaatu hin jiru.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan dur bara dheera'aan dura te'e qaabadha'a; ani Waaqa; ana malee Waaqi dhibiin hin jiru; ka akka kiyyaalle hin jiru.