Isaiah 47:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Murmafi falfala kanke kana tolfachuma tolfad'i, illakisini, ka atini haguma d'alate tolchuu jirtu. Hegeri wonti sunini si qarqaarte nyaapa kanke sodaachifti fa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mee yoo ka sii ta'uu falfala kee ka nama hadoochuu fi dhamaasu ka ijoollummaa kee irraa jalqabdee itti fayyadama'aa turte lafa kaayi; maal laataa hennaa diqqo'oof si gargaaruu danda'an; yookaan diintota kee ittiin sodaachisuu dandeetta.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Xano'oo fi falfala keeti ka ijoollummaa teetiin jalqadde, itti fufi. Akka wotoo si'iif hin milkootti yookiin diinota keeti sodaachisiisaaf si hin qarqaaran fa'a.