Isaiah 47:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri sunini jirma buuyo ka ibidi gubu fakaata! Worri sunini dandae ibida suni jalaa ufi imbaasu, ibidi sunini waan nami qanqamaatuniti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Akka bura'aatitti ibiddi isaan guba; hunna arraba ibiddaa jalaallee uf oolchuu hin danda'an; buraan barbadaa ibiddaa ka oo'ifataniin isaanii hin ta'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kunoo, isaan akka huuraa ti; ibiddi isaan hin nyaata. Isaan hunna bobe'a ibiddaa san jalaa ifi baasuu hin dande'anu; kashilli nami o'ifatu hin hafu yookiin ibiddi bira tee'anee o'ifatanulle hin jiraatu.