Isaiah 47:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini haga jirtu ch'ufa waan hayyiti taatu ufi seete ammo waan taate suni aka dansaa garaa keesa inkeyanne, yokhaani aka dansa inherenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
‹Ani baraa haga bara baraa mootittii ta'ee jiraadha› jetteerta; waan goote kana hin dhudhumne; bu'aan hujii keetii maal akka ta'e hin hubanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati, ‹Ani haga bara baraa giittii hin te'a› jette malee, waan tolchite hin qaabanne; muummee waan saniille hin beenne.