Isaiah 47:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba amma ch'aqasi, atini ka machi jaalate waan nagaya qabdu ufi seete, ana male nami aka kiyya injiru anini d'iirsa male intau, yokhaani ilmaanile ind'abu ufiini jette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ati ta garaa kee keessatti ‹ka akka kiyyaa hin jiru; akka dubartii abbaan worraa jalaa du'ee ta'ee hin jiraadhu; yookaan finni na jalaa hin du'u› jettee boona'aa shallaltu waan kana dhagayi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ee ati ta qananummaa jaalattu! Ta bidhaa malee teettu, gadhaa keeti keessatti, ‹Ana malee nami dhibiin hin jiru; ani ijjumaa haadha hiyyeessaa hin te'u; yookiin ijoolleen tiyyalle na duraa hin duutu› ta jettu dhage'i!