Isaiah 48:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worra Yakobo, ka Israeli jed'aniini, ka d'aloota Yuda, na ch'aqasa: Isani maqa AABBO Waaqatini kakhatani Waaqi Israeli Waaqa keenna jettani, ammo dubbini sunini d'ugaaniti, garaa inqabdani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin ijoolleen Yaaqoobii! worri gosa Yihuuda'aa ka maqaa Israa'eliitiin waamamtan kana dhagayaa'a. Isin Waaqa Israa'elii dhuga'aa fi amanamummaa malee waaqeffanna jettan; maqaa Rabbiitiinillee hin kakattan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee ijoollee Yaaqoobii, ta, «Israa'el» jedhantanu, worri sanyii Yihuda'aa keessaa dhalattane, isin worri maqaa Mootii Waan Maraatiin kakattanu, dhuga'aa fi balchumma'aan adoo hin te'in, Waaqa Israa'elii ka waammattanu, tana dhage'a'a.