Isaiah 48:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini waan tolchu kana ufumaafi tolcha. Anini akami dandae aka maqa kiyya balleesani ee jed'a? Anini akami guddinna kiyya nama d'ibiti dabarsa?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani ufiif jedhee kana godha; maqaan kiyya akka hin arraffamneef ulfinna kiyya eennuullee hin kennu.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani ifumaaf, ifii tiyyaaf jedhee, tana hin godha; ani attam salphinnaaf ifi dabarsee kenna ree? Ulfinna kiyya eennulle'eef hin kennu.