Isaiah 48:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u, Ee Yakobo, na ch'aqasa, worra Israeli ka anini yaame! Anini Waaqa, ka qaraatifi ka eegeleni anuma!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, «Isin worra Israa'elii ijoollee Yaaqoobii ka ani fooyadhe na dhagayaa'a! Waandhi ana calla'a; jalqabninii fi dhumti waan maraatuu ana.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Yaaqoob, Israa'elii ani waammadhe, na caqasa'a! Ani Waaqa; ka duraatii fi ka duubaalle ana.