Isaiah 48:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini harka kiyyaani lafa yayabe gubba dirirse. Lafafi gubbaleeni hojja anini yaamu maro tokotu d'ufte na dura ejiti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani ardii uume; samiiwwan hin badhise; hennaa ani isaan waamu tokkumma'aan hulee ufii dhaabatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Harka kiyyaan hundee lafaa hundeesse; harki kiyya middichi ol-gubbaa diriirse; yennaa ani isaan waamu isaan marti adduma tokko ol ka'an.