Isaiah 48:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani ch'ufti wolti baha, na ch'aqasa! Waaqi tokoleeni, ka aka nami anini fohad'e kunini Babiloni had'u fage injiru; nami suni waan anini fed'u male waan d'ibi intolchu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin maruu kootta'aa na dhagayaa'a! waaqolee tolfamaa keessaa ka dura waan waan kanniinii dubbate kam? ka Rabbi fooyate Baabilooniin irratti kaayoo ufii raawwata; worra Baabiloonii hunnaan bulcha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Isin marti wolitti qabama'aatii, na caqasa'a! Ka ani Mootiin Waan Maraa filadhe, karoora ani Baabilon irratti baase akka muummessu'uuf jiru, akki ani irree tiyya Baabilon irratti akka ani ol fudhatu'uu jiru, waaqota dharaa keessaa dursee ka hime eennu?