Isaiah 48:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammatana nati d'iaad'a, dubbi tiyya d'agaya. Anini haguma duriti takaa d'ossaani indubbanne, dubbi tiyyale ch'ufa la guute. (Ammatana AABBO Waaqi guddaani yayu jabeenna ufi naa kenne na erge.)
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Natti dhiyaadha'aa waan kana dhagayaa'a; Ani jalqabuma irraayyuu dhossa'aan hin dubbanne; hennaa wonti kun ta'e irraa jalqabee ani achuma ture» amma Rabbi Gooftaanii fi Hafuurri isaa na erganiiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Gara kiyya kowa'aatii, tana caqasa'a! Ani jalqabaanuu jalqabee dhossa'aan hin dubbanne; wonni ani dubbadhe yennaa muummottulle ani achuma jiraayyu» jedha. Ammalle Goottaan Mootiin Waan Maraa Ayyaana ifiitiin na ergeera.