Isaiah 48:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ilmaani teesani heddatte, akuma maansa galaana taate, maqaani worrale haga jiru na duraa imbadu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin keessanillee silaa hin badu; maqaan keessanillee silaa hin irraanfatamu!»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sanyiin teessan akka maansaa, ijoolleen teessanille akka buku'uu hin bacattiiyyu. Maqaan isaanii fuula kiyya duraa ijjumaa hin haxowamu, yookiin hin badu.