Isaiah 48:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa inni gumi isaa lafa aloo ta gamooji keesani deeme worri ind'eebonne. Inni siida d'akha keesaa bisaani baase, d'akha falaansinaani bisaani gabaafatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa Rabbi lafa gammoojji'ii keessa isaan masakku isaan hin dheebonne; caala'atti akka dhagaa keessaa bisaan isaanii burqu taasise; dhagaa dhodhoosee bisaan isaanii baase.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa ani goomolee keessa isaan sooresse, isaan hin dheebonne; ani rassaa keessaa bisaan isaaniif baase; rassaa dhoosee bisaan achi keessaa dhuqatee baye.