Isaiah 48:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti sunini waan anini amma tolchu ch'alla; wonti akana takaa duraani intaane. Ato sila taate isani, Nu waan isii qara ya beenne jettani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti ani isinitti himu kun waan durii uduu hin taane waan amma uumaman; isin, ‹duruma isaan beenna› akka hin jenne isin armaan dura waan isaanii womaa hin dhageenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni kun amma dadamane malee, bara dheera'aan duraa moti; tanaan qara marroo waan kanaa dhageettanee hin beettanu. Maarre isin, ‹Nuuti marroo waan kanaa duruu beenna› jedhuu hin dandeettanu.